Svoboda | Graniru | BBC Russia | Golosameriki | Facebook
Jump to content

Harboo

Wikipedia irraa
(Qeensanqabduu irra kan qajeele)
qeensanqabduu galaanaa

Harboon lubbuqabeeyyii murna miilixinxima galaana keessatti ykn lafa irratti argamanidha. Qola qabaatanis murna qolaalqabeeyyii miti.

Citagita qeensanqabduu kana keessatti Warra 93 fi Qaccee 6,793tu jira. Qaccee kana keessaa gara 850 ta’an lafarra jiraatu.

qeensanqabduu galaanaa lubbuuqabeeyyi qola mataa isaa  hin qabneef qola duwwaa gosa kamiyyuu keessa jiraatu. Kun yoo hin argamnellee xurii keessa jiraatu.

Foon qeensanqabduu biyyoota hedduu keessatti nyaatama.