Svoboda | Graniru | BBC Russia | Golosameriki | Facebook
Jump to content

Wangeela

Wikipedia irraa

wangeellii wangeela gooftaa keenyaa yesusii kiristoosiidha. innii humna fayyiisuu of-keessa qaba. wangeelli keenyaa 66 dha. tokko tokkoon waneelootaa kana waa'ee guddummaa kiristoosi duwwaa kan ibsaaniidha.