Svoboda | Graniru | BBC Russia | Golosameriki | Facebook

Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabbatni Bilisummaa Preesiif Falmu Mootummoonni Gaazzexeessotaaf Eegumsa Gochuu Dhaaban, Jedha 


Dhaabbatni Bilisummaa Preesiif Falmu Mootummoonni Gaazzexeessotaaf Eegumsa Gochuu Dhaaban, Jedha 
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:29 0:00

Dhaabbanni bilisummaa pireesii fi mirga Gaazexeesitootaaf falmu Ripoortars wizaut Boordars (Reporters Without Borders) Bilisummaa Pireesii kan bara 2024 qindeessuuf jecha, Agarsiistota shanan ittiin fayyadame keessaa agarsiiftuun siyaasaa rakkoo guddaa kan qabu tahuu ibsee, mootummoonni gaazexeessotaaf eeguumsa gochuu dhabuu isaanii agarsiisee jira. Hooggantuun waajjira sagalee Amerikaa isa Naayiroobii jiruu Maariyaamaa Diyaaloon, sadarkaa Afrikaa keessatti, qooda fudhattoonni siyaasaa gaazexeessitoota irratti hokkaraan socho'an ilaaluudhaan kan gabaaste qabdi. Jaallannee tu dhiyeessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG