Svoboda | Graniru | BBC Russia | Golosameriki | Facebook

Xurree ittiin seenan

Breaking News

OPEN: Jaarmayaa Akka Dargaggoonnii fi Shamaran Dandeettii Ogummaa Hojii Guddifatan Yokaan Ofii Hojii Uummatan Gargaaru


OPEN: Jaarmayaa Akka Dargaggoonnii fi Shamaran Dandeettii Ogummaa Hojii Guddifatan Yokaan Ofii Hojii Uummatan Gargaaru
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:32 0:00

OPEN, kan jedhamum dhaabbatni mitimootummaa as Yunaayitid Isteetis, kutaa Mariilaand Keessatti bara 2023 keessa hundeessame dandeettii hojii ogumaa fi dandeettii hojii dhuunfaa uummachuu dargaggotoa Oromoo biyyoota alaa jiraatanii guddisuudhaaf hojjetaa jira. Hundeessituun dhaabbata kanaa, Efiraataa Obsaa akka jettutti sagantaalee akka oguma namootaa fooyyessuu, gorsa, guddina dandeettii nama dhuunfaa, hirmaannaa hojii hawaasa of keessaa qaba.

Bara 2023 yeroo dorgommii Federeeshinii Ispoortii Ameerikaa Kaabaa sagantaa namoonni irratti wal-quunnamuu, yaada wal jijjiiruu fi mari’achuu danda tolchinee, namooumanni gara kuma afurtamaa kallattiin hirmaatan, kanneen digdama ta’an karaa marsaa interneetii qooda fudhatan, jetti. Walga’ii kana irratti hirmaattoota gorsitoota isaanii kan toora hojii seeraa, IT fi kan daldalaa wajjiin wal-quunnamanii jiran. Barattoonni immoo carraa shaakala hojii yokaan “Internship” akka argatan taasisnee jirrallee jettee jirti – Efiraataan. Tujubee tu dubbise

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG