Svoboda | Graniru | BBC Russia | Golosameriki | Facebook

Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muummichi Ministeera Hindii Dubartoonni Filannoof Sagalee Akka Kennan Jajjabeessan


Muummichi Ministeera Hindii Dubartoonni Filannoof Sagalee Akka Kennan Jajjabeessan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:33 0:00

Hindiin filannoo biyyoolessaa gaggeessuuf yeroo itti deemaa jirtu kanatti, Muummichi Ministeera biyyatti Naareendiraa Moodii fi hoggantoonni siyaasaa biroo dubartoota sagalee kennan, hawwataa jiru. Hindii Kaabaa ganda Hariyaanaa keessatti kan argamu Sagantaaleen wal gargaarsaa Moodiif deggersa argamsiseera yoo ta’e ilaaluuf Anjaanaa Paasriichaa achitti argamuun Kan gabaaste Jaallannee Gammadaa tu dhiyeessa.

Hindiin filannoo biyyoolessaa gaggeessuuf yeroo itti deemaa jirtu kanatti, Muummichi Ministeera biyyatti Naareendiraa Moodii fi hoggantoonni siyaasaa biroo dubartoota sagalee kennan, hawwataa jiru. Hindii Kaabaa ganda Hariyaanaa keessatti kan argamu Sagantaaleen wal gargaarsaa Moodiif deggersa argamsiseera yoo ta’e ilaaluuf Anjaanaa Paasriichaa achitti argamuun waan gabaaste Jaallannee Gammadaa tu dhiyeessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG