Svoboda | Graniru | BBC Russia | Golosameriki | Facebook

Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ennaa Rakkoon Nageenyaa Itiyoopiyaa Keessa Yeroo Jiru Kanatti Dargaggoonni Gaaffii Qaban Dhiyeessaa Jiran


Ennaa Rakkoon Nageenyaa Itiyoopiyaa Keessa Yeroo Jiru Kanatti Dargaggoonni Gaaffii Qaban Dhiyeessaa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:20 0:00

Rakkoo Nageenyaa amma Itiyoophiyaa keessa jiruun gaaffiin dhaloota haaraa ykn dargaggootaa maal ta’uu danda’aa? ,Dhaloonni amma jiru ykn dargaggoonni, Itiyoophiyaa akkamii barbaaduu? Kan jedhuu fi egereen Itiyoophiyaa ilaalcha dhaloota ammaan maal ta’uu danda’a kanneen jedhan irratti xiyyeeffachuun qophii dirree dimokiraasii har’aatiin Mitikkuu Fiqaaduu dargaggoota Itiyoophiyaa keessaa bakkoota garaa garaa jiran gaafachuun gabaasa armaan gadii qindeeseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG