Svoboda | Graniru | BBC Russia | Golosameriki | Facebook

Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajjeechaa Sivilootaa Godina Qelleem Wallaggaa Keessatti Raawwatameef Jiraattonni Humnoota Mootummaa Himatan


Ajjeechaa Sivilootaa Godina Qelleem Wallaggaa Keessatti Raawwatameef Jiraattonni Humnoota Mootummaa Himatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:58 0:00

Naannoo Oromiyaa godinaalee Qellem Wallaggaa aanaa Gidaamii fi Begii gandeen adda addaa keessatti walitti bu’iinsi humnoota mootummaa fi waraana Bilisummaa Oromoo gidduu itti fufee jiru lubbuun namoota nagaa hedduun baduuf sababaa ta’uu Jiraattonni dubbataniiru. Sodaa nageenyaaf maqaan isaanii akka hin tuqamne kan gaafatan jiraattonni naannoo namoonni 16 du’uu himanii, kanaafis humnoota mootummaa Yakkan.

Godinaalee lamaanii fi mootummaa naanno Oromiyaa biraa deebii arguuf yaaliin VOAn taasise hin milkoofne. angawoonni waraanaa fi sivilii ka biyyattii dhiyeenya yaada kennaniin raayyaan ittisa biyyaa siivilotas ta’e waaltaalee sivilii irratti hin qiyyaafatan jechuun ofi irraa ittisuun isaanii ni yaadatama.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG