Svoboda | Graniru | BBC Russia | Golosameriki | Facebook

Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajjeechaa Obbo Battee Urgeessaa Hordofee Namootni 13 To’annoo Jala Oolfamuun Gabaafame


FAAYILII - Qondaala Dhaaba Adda bilisummaa Oromoo Obbo Battee Urgeessaa
FAAYILII - Qondaala Dhaaba Adda bilisummaa Oromoo Obbo Battee Urgeessaa

Qondaala Siyaasaa ABO Obbo Battee Urgeessaa ajjeefaman jedhamuu hordofee poolisiin Godina Shawaa Bahaa namoota 13 to’annaaa jala oolchuun gabaafamee jira. Sabaa-himaaleen mootummaa kaleessa gabaasa kana ifa taasisan eenyummaa namoota to’annaa jala oolfaman jedhaman kanaa waanti ibsan hin jiru.

Gama biraan firri maatii Obbo Battee Urgeessaa yaaddoo nageenya isaaniitiif jecha maqaan isaanii akka eeramu hin feene VOA’f ibsa kennaniin kaleessa sirna awwaala Obbo Battee tii booda miseensota maatii keessaa namootni lama to’annaa jala oolfamanii akka turan himan

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG